'TPLF abidda ofii qabsiiseen gubate' -Ajajaa Iizii Kaaba-bahaa L/Jenraal Asaffaa Chekkol - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 4 ساعات
Raayyaan Ittisa Biyyaa ajajaa Iizii Kaaba-Bahaa eeruun fuula Feesbuukii isaarratti, "dhaabni nagaa jibbuufi seeraan ala ta'e TPLF abidda ofii isaatiin qabsiiseen labalabameera," jechuun ibse.