Gamtaan Afrikaa waraanni kaaba Itoophiyaatti dhalate hatattamaan akka dhaabbatu gaafate - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ دقيقة
Dura taa'aan Koomishinii Gamtaa Afrikaa Maahaammud Alii Yuusuuf muddamani waraanaa kaaba Itoophiyaatti dhalate ''akkaan isaan yaaddessuu'' ibsan. ''Lolli kunis hatattamaan akka dhaabbatu,'' yaadachiisaniiru.