MM Abiy Ahmad daawwannaa hojiif Jibuutii galan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Waajjirri Ministeera Muummee Itooophiyaa fuula miidiyaa hawaasaa isaa gubbaatti akka beeksisetti, MM Abiy Ahmad Jibuutii yoo gahan Pirezidaantii biyyattii Ismaa'el Omaar Giiledhaan simannaan hoo'aan taasifameefii jira.