Kaaba Itoophiyaatti humnoota federaalaa fi hidhattoota Tigraay gidduutti waraanni jalqabuun himame - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Humnoota mootummaa Federaalaa fi finciltoota Tigraay gidduutti waraanni jalqabuu isaa ibsi gama lamaanirraa kenname ifa godheera.