'Aanga'oonni Badhaadhinaa doorsisa waraanaa itti fufaniruu' - Minsitira Ertiraa - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 أيام
Ministirri Beeksiisa Ertiraa Obbo Yemaana Gabramasqal aanga'oonni Badhaadhiinaa doorsiisa waranaa of eegannoo malee Ertiraarratti gaggeessan itti fufaniiru jechuun himatan.