Ji'oota 18 keessatti konkolaachiftoonni konkolaataa fe'umsaa 40 yooajjeefaman, 200 ol ammoo madaa'aniiru - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Waldaan Konkolaachiftoota Daangaa Qaxxaamuraa Itoophiyaa naannolee biyyattii walitti bu'iinsaan miidhaman keessatti haleellaan konkolaattota fe'umsaa fi konkolaachiftootasaaniirratti raawwatamu baay'achuu ibseera.