Gaazexeessitoonni buufata raadiyoo Shaggar FM lama hidhaman - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Gaazexeessitoonni buufata raadiyoo Shaggar FM sadii poolisiin to'atamanii booda tokko yoo gadhiifamu lama guyyoota darban keessa hidhamaniijiraachuu waahellan isaanii BBCtti himan.