Dirooniin 'balleessanii-badan' Itoophiyaan baayyinaan omishaa jirtu maali? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Ministirri Muummee Itoophiyaa Dooktar Abiy Ahimad dirooniwwaan adda addaa wayita waraanaa, hoomaa diina irratti xiyyeeffachuun balleessanii-badan baay'inaan oomishaa jirti jedhan.