Ispeens: Garee biyyaalessaa Ingilaand keessatti taphataa Musliimaa jalqabaa - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 أيام
Jeed Ispeens garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ingilaand keessatti taphataa Musliima jalqabaa biyyaa bakka bu'e ta'uun dhaloota haaraaf kaka'umsa ta'uutti dhiyaateera.