'Hidhi Abbayya daa'iman ciniinsifadhee dahee guddisu natti fakkaata': Aadde Assallafach Tsaggaayee - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 أيام
Harmeen tun waggoota 14 darban keessa ijaarsa Hidha Guddicha Abbaayyaatiif birrii miliyoona 1.1 oliin boondii bituu himu. Kana malees, birrii kuma 100 fi kuma 45 bifa kennaatiin ijaarsa hidhichaaf gumaachuusaaniis ibsaniiru.