Itiyoophiyaa badhaate ijaaruuf yeroon akka xomboraa wal qabannee kaanu amma- Aadde Shawiit Shaankaa

fanabc.com
منذ ساعة
Finfinnee, Fulbaana 16, 2019(FMC)- Itiyoophiyaa badhaate ijaaruuf yeroon akka xomboraa wal qabannee kaanu amma jedhan Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii aadde Shawiit Shaankaa.  Sirni kabaja Damaraa Masqalaa magaalaa Finfinnee Addabaabaayii Masq