Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi Manni Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaa Ayyaana Damaraa Masqalaa akkaataa duudhaa amantichaa eegeen kabajuuf qophii gahaa taasisuu gamaaggamneerra jedhan Kantibaan Magaalaa F