Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) –Ayyaanni Damaraa Masqalaa fi Irreechi Finfinneetti akkaataa duudhaa isaanii eeganiin kabajamu.Duudhaaleen tokkummaa kunneen miidhagina magaalaattii, garaagarummaan faaya isheeti.Ayyaanoonni dirreetti kabajaman kunn