Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Artiisti buleessi Daawitee Makonniin turtii waggaa 27 booda har'a gara Itiyoophiyaa dhufeera.Artiisti Daawiteen wayita Buufata Xayyaaraa idil Addunyaa Boolee gahu angawoota mootummaa olaanoonifi abbootii gadaan si