Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf har’a Gita isaa Sudaan waliin taphata.Taphni ramaddii jalqabaa kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee Istaadiyeemii Biyyaaless