Afrikaan Mana-maree Nageenyaa UN keessatti teessoo dhaabbataa akka qabaattu Guuteeres gaafatan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 23 ساعة
Hogganaan Olaanaa Biyyoota Gamtoomani (UN) Antooniyoo Guuteeres Afrikaan Mana-maree Nageenyaa dhaabbichaa keessatti teessoo dhaabbataa akka argattu gaafatan.