Siyaasa Itoophiyaa: Tumsa hidhattootaafi akeeka bulchiinsa MM Abiy irratti xiinxala Jawaar Mohaammad - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 12 ساعة
Akka xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad jedhutti, wal ta'iinsi hidhattoota kanaa ''tumsa sirna ijaaruu osoo hin ta'in tumsa sirna diiguu qofa'' dha.