Godaantonni Itoophiyaa Sa'udiitti gareen wal ijaaranii wal ajjeesan to'atamu eegalan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Godaantonni Itoophiyaa gammoojjii Sa'udi Arabiyaa keessatti gareen wal ijaaranii nama ajjeesan to'atamaa akka jiran Embasiin Itoophiyaa Riyaaditti argamu beeksise.