Fayyaa: Itoophiyaatti dhibeen busaa qoricha dandamatu "haala yaaddessaa ta'een babal'ataa" dhufe -Qorannoo - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 19 ساعة
Dhuma baatii Adoolessaa keessa joornaalii saayiinsii beekamaa "Nature" jedhurratti qorannoon maxxanfame gosti dhibee busaa Itoophiyaa keessatti dhalate baayyeen isaa kan qoricha dandamatu akka ta'e ibsuun akeekkachiiseera.