Soorata Afrikaa shan saayinsiin fayyaaf gaarii ta'uu ibse kanneen beektuu? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 17 ساعة
Xaafii irraa kaasee hanga Mooringaa, miishiingaa dabalatee, goosti midhaanoota Afrikaa soorataaf oolfaman hedduun faayidaa fayyaa baay'ee qabaachuu isaaniitiin beekamu. Dubbiifadhaa kunooti.