Seera Daawwee haquu hanga duula waraanaa - Seenaa Liiban Jaldeessaa ittiin yaadataman shan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Abbaan Gadaa duraanii Booranaa Liiban Jaldeessaa uummata Oromoo, keessatti, Oromoo Booranaa biratti akka Abbaa Gadaa qofatti osoo hin taane, akka goota gameessaa, abbaa, gameessa siyaasaatti ilaalamu.