Dargaggoon dallaalonni Sawudii si geessina jechuun Birrii 500,000 irraa fudhatan lubbuu isaa balleesse - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Dargaggoo dallaalonni Birrii 500,000 irraa fudhachuun viizaa sobaa ykn foorjidiin karaa Boolee baasuun sawud Arabiyaatti ergan erga achi gahee poolisiin qabamuun gara biyyatti deebifame.