Odeeffannoon fayyaa US Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa kaanirraa barbaaddu maali? Birmadummaa miidhaa? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
Dhihoo kana Ameerikaan biyyoota Afrikaa adda addaa waliin waliigaltee fayyaa irratti xiyyeeffatu mallatteessiteetti, dhimmi kun falmisiisaa ta'eera. Biyyoonni gariin waliigaltee kana yoo morman, kaan ammoo guutummaatti kan didan jiru.