Raayyaan Itoophiyaafi humnoonni Tigraay dhihoo daangaa Sudaanitti walitti bu'an - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 22 ساعة
Kaaba baha Itoophiyaa bakkee Sudaan daangessutti waraana mootummaa federaalaafi humnoota Tigraay gidduutti Sambata ganama walitti bu'iinsi mudachuu maddeen garagaraa dubbatan.