Lammiileen Itoophiyaa Sa'udi Arabiyaan du'aan adabde 20 gahan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
Sa'udi Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa dabalataa sadi du'aan adabuu ishee miidiyaan mootummaa biyyattii gabaase.