Isheen Eenyu 78: Dubartii shoora giiftii duree golaa baastee waltajjii UN irra kabajaan dhaabde - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Haati warraa pireezidantii Ameerikaa 32ffaa Firaankliin Roozaveelt giiftii duree miidhaginaaf cinaa abbaa warraashee dhaabbattu hin turre.