Iraan maaf Ulaa Hormuuzif balaaa hedduu keessummeessaa jirti? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Ulaa Hormuuz too'achuuf walwaraansa US waliin guyyoota 10 fudhateen booda Hogganaan Iraan amma Filannoo sadii qabu. Karaa sadan keessaa tokkoyyuu garuu gara injifaannootti kan geessu miti.