Artist Andu'aalam Gosaa wallee haaraa gadhiisuufi, dhimmi seeraa eessa gahe? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 15 دقيقة
Kuni erga waggaa dura du'a jaalallee isaa Qananii Addunyaan shakkamee dhimmi isaa seeraan erga ilaalamuu jalqabee hojii jalqabaa ummatatti itti bahudha.