Boorana Bahaatti namichi haadha fuudhuuf daa'imman ishee lama ajjeese duuti itti murtaa'e - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 4 ساعات
Boorana Bahaatti himatamaan dubartii tokko waliin hariiroo jaalalaa keessa ture ishee fuudhuuf jecha ijoollee ishee lama abbaa gara biraa irraa dhalatan ajjeese murtii du'aan adabame.