Manni maree Tigraay labsiin dirqama loltummaa fi adabbii du'aa akka hojiirra oolu ajaje - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
TPLF gara hojiitti kan deebise Manni Maree Tigraay seerota tajaajila loltummaa fi du'aan nama adabsiisan ilaalchisuun labsii baasee ture akka hojiirra oolu ajaja dabarse.