HRW TPLF wixinee labsii lammileen loltummaan akka tajaajilan dirqisiisuufi mormitoota ittiin adabuuf baase akka haqu gaafate - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 5 ساعات
Aanga'oonni naannoo Tigraay wixinee seeraa akka dirqama loltummaaf nama fo'ataniifi 'aangoo isaaniifi kennuu' akkasumas akka mormitoota adabaniif 'karaa isaaniif banu' akka haqaniif Huumaan Raayitis Waach akeekkachiise.