Dooniin Itoophiyaa akkamiin Hormuuz keessa dabarte? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعة
Waliigaltee US fi Iraan hordofee dooniiwwan fe'umsa waliin ji'ootaaf ugguramanii turan amma bakka ga'umsa isaaniitti imaluu eegalaniiru. Dooniin Itoophiyaa kunis kanuma keessa imala ishee eegaluu dhaabbati Geejjiba Galaanarraa fi Loojistikii ibseera.