Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhimma Finfinnee fi afaan hojii dabalatee qabxiilee 8 adda baase maal fa'i? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 21 ساعة
Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa yeroo dheeraaf ajandaa uummata irraa walitti qabaa turuun qabxiilee saddet dhumaa jedhe adda baasuu ibse.