Paartiin badhaadhinaa fi paartileen morkattootaa waa'ee bu'aa filannoo maal jedhan? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعة
Filannoo marsaa torbaffaa kan injifate Paartii Badhaadhinaa ''nagaa fi tasgabbii fi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf,'' kutannoon akka hojjetu ibseera.