Mootummaan naannichaa qabeenya bishaanii sirnaan hogganuun jireenya uummataa jijjiiruuf hojjechaa jira

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC)  - Mootummaan Naannoo Oromiyaa barii jijjiiramaarraa eegaluun qabeenya bishaanii sirnaan hogganuuf hojjechaa jira jedhe Waajjirri Pireezidaantii naannichaa.Mootummaan Naannoo Oromiyaa barii jijjiiramaarraa eegaluun,