Adeemsi ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa dadhabsiisaa ta’us firiin isaa gammachiisaadha – Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) –Adeemsi ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa dadhabsiisaa ta'us firiin isaa gammachiisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi deebii addaa 'Duudhaa Gubaarraa'