Aanichatti Tajaajila lammummaa gannaan deeggarsi Birrii biiliiyoona 1.5 olitti tilmaamamu kenname

fanabc.com
منذ 7 ساعات
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofaleetti Tajaajila lammummaa gannaan deeggarsi Birrii biiliiyoona 1.5 olitti tilmaamamu kenname.Deeggarsi kun Loon Aannanii, Hoolaa, Gaarii Harree, Eelee Buddeenaa, Meeshaalee Barnootaa f