Keeniyaan dhimma ummata walitti bu'iinsa Moyaaleen buqqa'aniirratti mootummaa Itoophiyaa waliin dubbachaa jiraachuu ibsite - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Yeroo maatiin qe'ee isaaniirraa buqqa'an Moyyaalee keessa bakka naga-qabeessa ta'e qubatan barbaadaa jiranitti, muddama jiru tasgabbeessuu fi nagaa deebisuun ummanni daangaa ce'anii gara Keeniyaatti baqatan mana isaaniitti akka deebiyan akka godhaniif gita isaanii Itoophiyaa gaafachuu Musaaliyaa Mudaavaadii himaniiru.