'Shanee Afaan Amaaraa fi Afaan Oromoo dubbatutu wal tumsee namoota nagaa ajjeesa'-Obbo Hayiluu - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Lixa Oromiyaa aanaalee Kiiramuu, Abee Dongoroo fi Giddaa Ayyaanaatti haleellaa hidhattoonni Faannoo tibbana raawwataniin namoonni ammaaf lakkoofsi isaanii addaan baane ajjeefamuu fi hedduun qe'eerraa buqqa'uu jiraattonni BBC'n dubbise himan.