Naannoo Benishaangul Gumuuz Aanaa Odaa Bildigiluutti haleellaa hidhattootaan 50 ol ajjeefamuu poolisiin hime - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Naannoo Benishaangul Gumuuz Aanaa Odaa Bildigiluu ganda Daalattii keessatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin namoonni 52 ajjeefamuu Komishiniin Poolisii naannichaa BBC'tti dubbatan.