Qaroomina Itiyoophiyaa ijaaruuf badhaadhina hundagaleessa mirkaneessuu qabna-Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Onkoloolessa 21,2019(FMC)- Qaroomina Itiyoophiyaa ijaaruuf badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu qabna jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahmad.  Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahmad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsan