Michummaa bu’uura cimaarratti hundaa’uun guddachaa dhufe

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Dippilomaasiin Itiyoophiyaa yeroo ammaa jijjiirama bu’uuraa keessa jira.Humna keessoo fi carraaqii cimaadhaan hariiroo madaalamaafi faayidaa biyyaa dursu hordofuun, xiyyeeffannoo addunyaa hawwachuu dandeesseet