Gaaffiin abbummaa ulaa Galaanaa gaabbii seenaa irraa gara injifannoo biyyaalessaatti kan ceesisuudha-Paartilee Siyaasaa

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2019 (FMC) – Gaaffiin Itiyoophiyaan abbummaa Ulaa Galaanaa irratti qabdu, gaabbii seenaa darbe irraa gara injifannoo biyyaalessaatti kan ceesisu ta’uu paartileen siyaasaa garaagaraa ibsan. Ulaan Galaanaa faayidaa daldalaa