Jeneraalli beekamaan TPLF loltootasaa waliin tibbana harka kennate eenyu? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 51 دقيقة
Tigraayi: Jeneraalli TPLF maqaa “Joon Medid” jedhamuun beekamani fi ajajoota olaanoo garichaa ijoo ta'an keessaa tokko kan ta'an Meejar Jeneraal Yohaannis Walda Goorgis tibbana Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaatti harka kennatan jedhame.