Itoophiyaa dabalatee warshaaleen warqii biyyoonni Afrikaa ijaaraa jiran ardicha hirkattummaa jalaa baasaa? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Afrikaa Biyyoonni Afrikaa albuudota isaanii dheedhii biyya alaatti erguurra biyya keessatti oomishuu jalqabuun galii guddaa argamsiisuu qofa osoo hin taane carraa hojii guddaa fi teeknoloojii biyya keessa galchuufis gargaara jedhan ogeessonni.