KFOn walitti bu'iinsa magaalaa Moyyaalee ilaalchisuun mootummaan federalaa "callisuu filateera" jechuun qeeqe - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 24 ساعة
Kongiresiin Federaalawaa Oromoo (KFO)n mootummaan federaalaa dhimma magaalaa Moyyaalee guyyootaaf walitti bu'iinsi keessa turte ilaalchisee "callisuu filateera" jechuun qeeqe.