Gareen Kubba Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraaf darbe

fanabc.com
منذ 5 ساعات
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2019 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Zoonii Seekaafaa ramaddii 2ffaan Gareen Kubba Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin qixa baheera.Tapha har’a Ruwaandaa Istaadiyee