Naqamteetti Noottiin Birrii sobaa maxxanfamaa ture harkaafi harkatti qabame

fanabc.com
منذ 5 ساعات
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2019 (FMC) – Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti dargaggoon mana maxxansaa qabu Birrii Noottii abba 200 maxxansaa turee eeruu hawaasan harkaaf harkatti qabameera.Dargaggoon mana maxxansaa ganda Calalaqii keessatti qabu Birrii s