Guddina Dippilomaasii Itiyoophiyaa bu’aa olaanaa galmeesse

fanabc.com
منذ 14 ساعة
Itiyoophiyaan biyyoota seenaa dippilomaasii dheeraa qaban keessaa tokko yoo taatu, Afrikaa keessatti gahee addaa qabdi.Imaammanni alaa fi dippilomaasii Itiyoophiyaa waggoota shanan darban keessa haala faayidaa biyyaalessaa fi birmadummaa biyyaa kabac