Caaseffamni Kaabinee Haaraan Bulchiinsa Gaarii kan Mirkaneessuu fi Guddina Hunda Galeessaa kan Dhugoomsuu dha— Hayyoota

fanabc.com
منذ 4 ساعات
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) — Caaseffamni Kaabinee haaraa fi muudamni ministirootaa bulchiinsa gaarii diriirsuu fi guddina hunda galeessaa mirkaneessuuf kan dandeessisuu dha jedhan hayyoonni saayinsii siyaasaa.Manni Maree Bakka Bu’oota Umma